ALAN WEBSITE DEVELOPER



Aliyi Abrahim Beker

Currently I work on website
developing and maintaining.

About Us

Maqaan Koo Aliyi Abrahim Bakar websaayitii dizaayin gochuu irratti kaniin hojjedhu yoo tahu, yeroo ammaa kana garuu websitiiwwan adda addaa afaan sidiinuu kan hojjedhu tahuu kootiin ibsa. Jechuuniis Afaan Oromoo,Afaan Amaaraa, fi Afaan Engliffaan akkaa ajaja Maammiltootaa irra dhaabbachuun dhaabbata gosa kamiifuu Fakkeenyaaf Waajjiraaf, Ijaarsaaf fi Oomisha ofii ittiin Ibsachuuf kan tahu bareechinee kan hojjanu taha.Nu ajajuuf formiiwwan armaan gadiitti fayyaduun nu ajajuu dandeessu.Ajaja keessan fudhachuun yeroo gabaabaa keessatti websitii dhaabbata keessaniif hojjachuun isiniif dhiyeessina.

ስሜ አልዪ አብራሂም በከርእባላለው website ዲዛነር ስሆን ለየትኟውም ተቋማት እንሰራለን። ለምሳሌ ዌብ ዲዛይን ለቢሮ ፣ለኮንስትራክሽን እና ምርቶቻችሁን ማስተዋወቅ ላይ እንሰራለን። ከዚህ በታች ባሉት ፎርም ማዘዝ ትችላላችሁ።በድርጅታችሁ ፍላጎት መሰረት ትእዛዛችሁን ተቀብለን በአጭር ግዜ ውስጥ ዲዛይን አደርገን በፍጥነት እናደርስላቿለን።

My name is Aliyi Abrahim Bakar I am website designer.I have been working in various private sectors with this profession for any type work relates with this profession For example web design for Office, Construction and Product promotion.You can order us using the forms below.We will take your order and design according to your companies demand as soon as possible..

Karaa biraa kan akka Telegram,whatsapp,Emailiifi Facebookiin na qunnamuu dandeessu.

Contact me

Get in ALAN WEBSITE DEVELOPER

My Location